Kuunii sagalee abbaa alangaa godina jimmaa kan tora interneetii irrattii tamsaafamuudhaa. Tamsaasa fm WAAGJ kallaattidhaan hordoofuuf linkii www.mhaagj.org jedhuu fayyadamuu ykn Google jalattii Jimmaa Attorney FM jechuun search goochun Sagalee Abbaa Alangaa Godina Jimmaa kenya dhageffachuun baasii tokkoo malee boohartidhan bekkumsa seeraa kessan gabbifachuu dandeessuu. ይህ የጅማ ዞን አቃቤ ህግ ፅህፈት ቤት የFM ድምፅ ነው። ስርጭታችንን ለማዳመጥ የፅፈት ቤቱን ኦፊሴላዊ ድህረገፅ www.mhaagj.org በመጠቀም አልያም በጎግል Jimmaa Attorney Fm ብለ ...
akkuma bekkamuu waajjirrii abbaa alangaa godina jimmaa dhaqabamummaa seeraa mirkanessuufii hawaasa kenyaaf huvannoo seeraa umuudhaaf hojii daran ol’aanaa ta’e hojjechaa jiraachuu Kenya ragaan innii hangafaa isin dhaggeffattootni sagalee fm waajjira abbaa alangaa godina jimmaa ta’u kessan mamii waan qabuu miitii. hordooftoota fm waagj har’a dhagetta…
J
Jimmaa Attorney FM, WAAGJ FM


1
Sagantaa hubannoo seeraa fm sagalee abbaa alangaa godina jimmaa jan 10 2022
37:19
37:19
Play later
Play later
Lists
Like
Liked
37:19
Qophessan sagantaa kanaa obboo mulugeetaa megersaa godina jimmaa aanaa coraa botor irraayii.--- Send in a voice message: https://anchor.fm/waagj/message
J
Jimmaa Attorney FM, WAAGJ FM


1
Sagantaa Xinxala Murtii dhadacha Ijibbaata Federaalaa galmee Lakk 16816 ta'en kennamee Seera Yakkaa MFDRI Kewwata 555 (c) fi 556 walbira qabuun qophii qophaa'ee kutaa 1ffaa. 4/27/2014
46:51
46:51
Play later
Play later
Lists
Like
Liked
46:51
qophii har’aatin dhimma murtii dhaddacha ijibbaataa Federaalaa galmee Lakk 16816 ta'e irrattii taasifamee. Seera Yakkaa bara 1996 bahee kewwata 555 fi 556 bu'uura seera yakkaa biyya keenyaa jalatti kaa'ameen maal fakkaata jedhu irratti kan qophaa'ee yoo ta'u gaaffileen qophii kanaan hubannoo umuuf yaalamus ;· Maalummaan miidhaa qaamaa cimaa fi salp…
J
Jimmaa Attorney FM, WAAGJ FM


1
Sagantaa Hubannoo seeraa Dhimma Falmii cheekii waliin walqabateee kutaa 1ffaa
57:18
57:18
Play later
Play later
Lists
Like
Liked
57:18
Qophii Har’aatin Hubannoo seeraa isin argattan maalii? qophii kana dhageffattanii gaafa xumurtan Ü Himannaa sirna gabaabaadhaan dhiyaatu irratti ragaa ittisaa dhiyeessun kan danda’amu bu’ura keewwata 286 tin mana murtiitin yoo eeyyamamee ta’u isaa ni hubattan hubattan. Ü Ragaa ittisaa dhiyeeffachuuf adeemsi jiru maal akka ta’e ni bartanii? Ü Ragaa …
J
Jimmaa Attorney FM, WAAGJ FM


1
አዲሱ የፌደራል ፍርድ ቤቶች አዋጅ 1234/2013 ይዟቸው የመጣው ዋና ዋና ነጥቦች የነሐሴ 12/2013 ስርጭት።
31:07
31:07
Play later
Play later
Lists
Like
Liked
31:07
የፌዴራል ፍርድ ቤቶች ስተዳደሩ የነበሩ በአ/ቁ 25/96 የነበረው ሲሆን ይህንን አዋጅ በማሻሻል አዲሱ አዋጅ በሥራ ላይ ውሏል። የፌደራል ፍርድ ቤቶች አዋጅ 1234/2013 በፌደራል ጠቅላይ ፍርድ ቤት ስር የተቋቋመ 15 ከፍተኛ የሕግ ባለሙያዎችን በአባልነት ያካተተ የዳኝነት ሥርዓት አማካሪ ጉባኤ ረቂቁ ተዘጋጅቶ በፌደራል ፍርድ ቤቶች አመራሮች፣ በሕግ ባለሙያዎች እና በሕዝብ ተሳትፎ ዳብሮ ከሁለት አመታት ቆይታ በኋላ ጥር 13 ቀን/ 2013 ዓ.ም በሕዝብ ተወካዮች ምክር ቤት ጸድቋል።ይህ አዲሱ የፌደራል ፍርድ ቤቶች አዋጅ 1234/2013 ከነባሩ የፌደ…
J
Jimmaa Attorney FM, WAAGJ FM


1
Galmi kenya our objectives፣ እንደ ጅማ ዞን አቃቤ ህግ ፅፈት ቤት ግባችን
12:22
12:22
Play later
Play later
Lists
Like
Liked
12:22
Akka garee komnikeeshini mana hojii abbaa alangaa godina jimmaatti fm tora internetii irrattii tamsaafamuu banuun kenya galmiifi kayyoon isaa maalii--- Send in a voice message: https://anchor.fm/waagj/message
J
Jimmaa Attorney FM, WAAGJ FM


1
tamsaasa camsaa 24/2013 hubannoo seeraa wa'e qaama bilisa baasu habeus corpus kuta tokkoffaa
30:48
30:48
Play later
Play later
Lists
Like
Liked
30:48
Habeas Corpus (Qaama Bilisa Baasuu) Seensa Uumama waan hundaa ta’eet jalqaba irraa ka’ee hanga sadarkaa dhummaa qaqqabbutti sadarkaawwan adda addaa keessa darbuun isaa dirqama ta’a.Sadarkaawwan adda addaa keessa yommuu darbu immoo waantoota baay’ee fooyyeessaa itti dabalaa irraa hir’isaa bakka galma isaa gaha jechuudha. Akkuma dhimmoota biroo adeem…
J
Jimmaa Attorney FM, WAAGJ FM


1
tamsaasa fm MHAAGJ caamsaa 23/2013 wa'ee tamboo ilaalchisee seerrii maal jedha
1:29:33
1:29:33
Play later
Play later
Lists
Like
Liked
1:29:33
wa'ee tamboo ilaalchisee seerrii mal jeedhaa. sagantaa abbaa alangaa aanaa cooraa bootoor obboo mulugeetadhaan qophaa'ee. www.mhaagj.org seensa Tamboo xuuxuun nama xuuxu irrattis haa ta’uu bakka namoonnii baay’een argamanitti xuuxuun rakkoo fayyaa kan qaqqabsiisu ta’uu odeffannoon madda adda addaa irraa argamuu ni mul’isa(muldhisa).Kana qofaa osoo …
J
Jimmaa Attorney FM, WAAGJ FM


1
Tamsaasa fm mhaagj caamsaa 2013 hubannoo seeraa seera godaansaa irrattii
32:27
32:27
Play later
Play later
Lists
Like
Liked
32:27
Tamsaasa kanaan seera gidaansaa walin wal qabatee barruu xinxala obboo anwaar ahmed abbaa alangaa gidina jimmaatiin kan qophaa'ee kan isiniif dhihaatuudhaa. MHAAGJ--- Send in a voice message: https://anchor.fm/waagj/message
Tamsaasa kanaan barumsa hubannoo seeraa seera godaansaa irrattii abbaa alangaa godina jimmaa obboo Anwar ahmedin qophaa'ee isinin genyaa nu wajjin turaa--- Send in a voice message: https://anchor.fm/waagj/message
J
Jimmaa Attorney FM, WAAGJ FM


1
Tamsaasa birootessaa 29 2013 fm mhaagj toraa inteerneetii
15:11
15:11
Play later
Play later
Lists
Like
Liked
15:11
Tamsaasa kenya har'aan oduu olmaa dhadachaa irrattii dhihataee.--- Send in a voice message: https://anchor.fm/waagj/message
J
Jimmaa Attorney FM, WAAGJ FM


1
Tamsaasa Bitootessa 17/2013 fm_mhaagj tora interneetii
47:05
47:05
Play later
Play later
Lists
Like
Liked
47:05
Tamsaasa kenya kanaan wa'ee araaxaa ilaalchisee seerrii maal akka jeedhuu wal hubachifnaa.--- Send in a voice message: https://anchor.fm/waagj/message
Nuho gobana yagalana jiruu --- Send in a voice message: https://anchor.fm/waagj/message
J
Jimmaa Attorney FM, WAAGJ FM


1
Fm.mana hojii AA God Jimmaattii Hubannoo Seeraa boqonnaa jalqabaa.
14:46
14:46
Play later
Play later
Lists
Like
Liked
14:46
Leenjii hubannoo seeraa seera yakkaaa mfdri seensa isaa irrattii fm mhaagj irrattii hordofaa. We strive toninsure justice.--- Send in a voice message: https://anchor.fm/waagj/message
J
Jimmaa Attorney FM, WAAGJ FM


1
Hubannoo seeraa interneetiidhaan Kayyoofi galmii kenya
9:28
9:28
Play later
Play later
Lists
Like
Liked
9:28
Hubannoo seeraa interneetiidhan keennuun bu'a qabaa? Galma akka wajjiraatifii akka abbaa alangaattii dirqama hubannoo seeraa keennuu nuurraa jiruu galmaan nu geessisaa? sagalee tamsaasa kana dhaggeffadhaa --- Send in a voice message: https://anchor.fm/waagj/message
Obboo Sisay eddessaa turtii gabaaba jimmaa fana fm dukaa --- Send in a voice message: https://anchor.fm/waagj/message
J
Jimmaa Attorney FM, WAAGJ FM


1
Kuni FM waajjira Abbaa Alnagaa Godina Jimmatii
0:52
0:52
Play later
Play later
Lists
Like
Liked
0:52
--- Send in a voice message: https://anchor.fm/waagj/message
Mhaagjttii platformii fm kallattii websaayti mhaagjtin tamsaasuu jalqabnuu ilaalaa--- Send in a voice message: https://anchor.fm/waagj/message
Gareen komniikeeshiinii manaa hojii AA God Jimmaa kallattii kanaanis dhuufaa jira kun tamsaasa yaaliitii.--- Send in a voice message: https://anchor.fm/waagj/message